- 
	                        
            
            Keessa Deebii 33:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 Waaʼee Zaabiloon akkana jedhe:+
“Yaa Zaabiloon, gad baʼuu keetti gammadi,
Atis yaa Yisaakor, dunkaanota kee keessatti gammadi.+
19 Isaan gara gaarichaatti namoota ni waamu.
Achittis aarsaawwan qajeelummaa ni dhiheessu.
Isaan qabeenya hedduu galaanotaa,
Qabeenya dhokfamaa cirracha keessaas ni sooratu.”*
 
 -