Keessa Deebii 33:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Waaʼee Gaad akkana jedhe:+ “Inni daangaawwan Gaad balʼisu eebbifamaa dha.+ Inni akka leencaatti achi ni ciisa,Harka kutuuf, eeyyee, mataa kutuuf qophaaʼaa dha.
20 Waaʼee Gaad akkana jedhe:+ “Inni daangaawwan Gaad balʼisu eebbifamaa dha.+ Inni akka leencaatti achi ni ciisa,Harka kutuuf, eeyyee, mataa kutuuf qophaaʼaa dha.