Ibroota 7:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Namichi kun hammam guddaa akka taʼe ilaalaa! Abrahaam inni mataa maatii* taʼe wanta boojiʼe isa hunda caalu irraa harka kudhan keessaa harka tokko kan isaaf kenne kanaafi.+
4 Namichi kun hammam guddaa akka taʼe ilaalaa! Abrahaam inni mataa maatii* taʼe wanta boojiʼe isa hunda caalu irraa harka kudhan keessaa harka tokko kan isaaf kenne kanaafi.+