- 
	                        
            
            Uumama 21:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
22 Yeroo kanatti Abimelek ajajaa raayyaa waraanaa isaa Fikoolii wajjin taʼuudhaan Abrahaamiin akkana jedhe: “Wanta gootu hundumaa irratti Waaqayyo sii wajjin jira.+
 
 -