LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 17:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana isaan jedhe: “Haati manaa tee Saaraan dhugumaan ilma siif ni deessi; atis maqaa isaa Yisihaaq*+ jedhii moggaasi. Sanyii isaa warra isa booda dhufaniif kakuu bara baraa akka taʼuufis kakuu koo isaa wajjin nan cimsa.+

  • Uumama 26:12-14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yisihaaq biyya sana keessatti sanyii facaasuu jalqabe; Yihowaan isa eebbisaa waan tureefis, waggaa sanatti wanta facaase irraa dachaa 100 galfate.+ 13 Inni sooressa ni taʼe; hamma baayʼee sooromuttis badhaadhina argachuu isaa itti fufe. 14 Hoolota, loonii fi tajaajiltoota hedduus ni argate;+ kanaafuu, Filisxeemonni isatti hinaafuu jalqaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi