Uumama 36:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Kanneen kun mootiin akkamii iyyuu Israaʼelota* irratti bulchuu isaa dura+ mootota biyya Edoom keessatti bulchaa turani dha.+ Lakkoofsa 20:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis Museen akkana jedhee Qaadesh irraa gara mootii Edoomitti ergamtoota erge:+ “Obboleessi kee Israaʼel+ akkana jedha: ‘Ati rakkina nu irra gaʼe hundumaa akka gaariitti beekta.
31 Kanneen kun mootiin akkamii iyyuu Israaʼelota* irratti bulchuu isaa dura+ mootota biyya Edoom keessatti bulchaa turani dha.+
14 Achiis Museen akkana jedhee Qaadesh irraa gara mootii Edoomitti ergamtoota erge:+ “Obboleessi kee Israaʼel+ akkana jedha: ‘Ati rakkina nu irra gaʼe hundumaa akka gaariitti beekta.