Uumama 25:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Sana booda, obboleessi isaa harka isaatiin koomee Esaawu qabatee dhalate;+ kanaafuu, inni maqaa isaa Yaaqoob*+ jedhee moggaase. Ishiin yommuu isaan deessetti Yisihaaq umuriin isaa waggaa 60 ture. Uumama 32:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Achiis inni, “Ati Waaqayyoo fi namootaa wajjin waldhaansoo qabdee+ dhuma irratti waan mooteef, kana booda maqaan kee Israaʼel* jedhama malee Yaaqoob hin jedhamu”+ isaan jedhe. Hoseʼaa 12:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni gadameessa keessatti koomee obboleessa isaa ni qabate,+Jabina isaatiinis Waaqayyoo wajjin waldhaansoo ni qabe.+
26 Sana booda, obboleessi isaa harka isaatiin koomee Esaawu qabatee dhalate;+ kanaafuu, inni maqaa isaa Yaaqoob*+ jedhee moggaase. Ishiin yommuu isaan deessetti Yisihaaq umuriin isaa waggaa 60 ture.
28 Achiis inni, “Ati Waaqayyoo fi namootaa wajjin waldhaansoo qabdee+ dhuma irratti waan mooteef, kana booda maqaan kee Israaʼel* jedhama malee Yaaqoob hin jedhamu”+ isaan jedhe.
3 Inni gadameessa keessatti koomee obboleessa isaa ni qabate,+Jabina isaatiinis Waaqayyoo wajjin waldhaansoo ni qabe.+