Keessa Deebii 33:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Biyya midhaanii fi daadhii wayinii haaraa,+Isa samiin isaa fixeensa coccophsu keessatti,+Israaʼel tasgabbiidhaan ni jiraata,Burqaan Yaaqoobis kophaa isaa ni jiraata.
28 Biyya midhaanii fi daadhii wayinii haaraa,+Isa samiin isaa fixeensa coccophsu keessatti,+Israaʼel tasgabbiidhaan ni jiraata,Burqaan Yaaqoobis kophaa isaa ni jiraata.