Uumama 9:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana malees, ani qaama dhiiga lubbuu keessanii dhangalaasu kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha. Uumama jiraataa kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha; akkasumas nama kam iyyuu lubbuu obboleessa isaatiif itti gaafatamaa nan godha.+ Baʼuu 20:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Hin ajjeesin.+
5 Kana malees, ani qaama dhiiga lubbuu keessanii dhangalaasu kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha. Uumama jiraataa kam iyyuu itti gaafatamaa nan godha; akkasumas nama kam iyyuu lubbuu obboleessa isaatiif itti gaafatamaa nan godha.+