- 
	                        
            
            Baʼuu 40:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
24 Baattuu ibsaa+ sanas dunkaana walgaʼii keessa, minjaalicha fuuldura kallattii kibbaa godoo qulqulluu sanaatiin ni kaaʼe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Leewwota 24:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Inni yeroo hunda Yihowaa duratti ibsaawwan sun baattuu ibsaa+ warqii qulqulluu irraa tolfame irra tarree galanii akka taaʼan haa godhu.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 13:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Isaan yeroo hundumaa ganamaa fi galgala+ Yihowaadhaaf aarsaan gubamu akka aaru gochaa, akkasumas ixaana urgaaʼu+ dhiheessaa jiru; daabboon wal irra tuulamu*+ minjaala warqii qulqulluu irra jira; isaan galgala galgala baattuu ibsaa warqii+ fi ibsaawwan isaanii ni ibsu;+ sababiin isaas, nuti itti gaafatamummaa Waaqa keenya Yihowaadhaaf qabnu raawwachaa jirra; isin garuu isa dhiistaniittu.
 
 -