- 
	                        
            
            Uumama 28:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 Yaaqoobis hirribaa dammaqee, “Dhuguma Yihowaan iddoo kana jira; ani garuu hin beekun ture” jedhe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 32:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Ati biyya Gibxii keessatti mallattoowwanii fi dinqiiwwan hamma harʼaatti beekaman raawwatteetta; akka kanaan, akkuma harʼa taʼetti Israaʼel keessatti, ilmaan namootaa gidduuttis ofii keetiif maqaa beekamaa taʼe qabaatteetta.+
 
 -