- 
	                        
            
            Baʼuu 4:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 Kanaafuu, Museen gara abbiyyuu isaa Yetrootti+ deebiʼee, “Maaloo, amma iyyuu lubbuudhaan jiraachuu fi dhiisuu isaanii ilaaluuf, deebiʼee gara obboloota koo warra Gibxii keessa jiranii dhaquun barbaada” isaan jedhe. Yetroonis, “Nagaadhaan dhaqi” isaan jedhe.
 
 -