- 
	                        
            
            Baʼuu 12:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
26 Ilmaan keessanis, ‘Ayyaanni kun isiniif hiika maalii qaba?’ jedhanii yommuu isin gaafatan,+ 27 isin immoo, ‘Kun aarsaa Faasikaa Yihowaa ti; inni manneen Israaʼelotaa biyya Gibxii keessa turan bira darbee warra Gibxii rukuteera; manneen keenya garuu dhiiseera’ isaaniin jedhaa.”
Achiis uummatichi gombifamee sagade.
 
 -