- 
	                        
            
            Baʼuu 7:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Isaan yommuu Faraʼoonitti dubbatanitti, umuriin Musee waggaa 80, kan Aaron immoo waggaa 83 ture.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hojii Ergamootaa 7:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
30 “Waggaa 40 booda, maleekaan tokko lafa onaa naannoo Gaara Siinaa jirutti harangamaa bobaʼu tokko keessaa isatti mulʼate.+
 
 -