Keessa Deebii 5:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 “Yihowaan ajajawwan* kana gaaricha irratti ibidda, duumessaa fi duumessa gurraacha keessaa+ sagalee guddaadhaan guutummaa gumii keessaniitti dubbate; kana irrattis homaa hin daballe; achiis gabateewwan dhagaa lama irratti isaan barreessee natti kenne.+ Hojii Ergamootaa 7:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Inni isa, maleekaa+ isa Gaara Siinaa irratti isattii fi abbootii keenyatti dubbate+ sanaa wajjin lafa onaa keessa saba Israaʼel gidduu ture sana dha; inni, nuu kennuudhaaf dubbii Waaqayyoo isa jiraataa fudhate.+
22 “Yihowaan ajajawwan* kana gaaricha irratti ibidda, duumessaa fi duumessa gurraacha keessaa+ sagalee guddaadhaan guutummaa gumii keessaniitti dubbate; kana irrattis homaa hin daballe; achiis gabateewwan dhagaa lama irratti isaan barreessee natti kenne.+
38 Inni isa, maleekaa+ isa Gaara Siinaa irratti isattii fi abbootii keenyatti dubbate+ sanaa wajjin lafa onaa keessa saba Israaʼel gidduu ture sana dha; inni, nuu kennuudhaaf dubbii Waaqayyoo isa jiraataa fudhate.+