- 
	                        
            
            Baʼuu 30:34, 35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
34 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Urgooftuuwwan kana,+ jechuunis haphee coccophu, oniikaa,* haphee urgaaʼuu fi ixaana adii qulqulluu taʼe wal qixa godhiitii fudhadhu. 35 Atis ixaana godhii isa qopheessi;+ urgooftuun kun ogummaadhaan walitti haa makamu, soogiddi itti haa naqamu,+ homtuu itti hin makamin, akkasumas qulqulluu haa taʼu.
 
 -