- 
	                        
            
            Hojii Ergamootaa 7:44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
44 “Abbootiin keenya lafa onaa keessatti dunkaana ragaa baatuu qabu turan; dunkaanni kun kan tolfame akkuma ajaja yeroo Waaqayyo Museetti dubbate isaaf kennettii fi akkuma pilaanii isatti argisiisetti dha.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ibroota 8:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Namoonni kun isa fakkeenyaa fi gaaddidduu+ wantoota samii keessa jiranii+ taʼe keessatti tajaajila qulqulluu dhiheessu; kunis akkuma yeroo Museen dunkaanicha hojjechuuf jedhetti Waaqayyo, “Wanta hunda pilaanii gaaricha irratti sitti argisiifame hordofiitii of eeggannoodhaan hojjedhu”+ jedhee isa ajajetti dha.
 
 -