- 
	                        
            
            Maarqos 13:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Yeroo dabarsanii isin kennan maal dubbanna jettanii dursitanii hin yaaddaʼinaa; garuu wanta saʼaatii sanatti isiniif kennamu dubbadhaa; sababiin isaas, hafuura qulqulluutu karaa keessan dubbata malee isintu dubbata miti.+
 
 -