- 
	                        
            
            Baʼuu 27:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 “Yeroo hundumaa ibsaawwan sun akka ifaniif, zayitii qulqulluu ejersa tumame irraa argamuu fi ibsaadhaaf taʼu akka sii fidan Israaʼelota ajaji.+
 
 -