- 
	                        
            
            Baʼuu 31:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 uffatawwan baʼeessa taʼanii dhaʼaman, uffatawwan qulqulluu Aaron lubichi uffatu, uffatawwan ilmaan isaa luboota taʼanii tajaajiluuf uffatan,+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Baʼuu 39:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
41 uffatawwan baʼeessa taʼanii dhaʼamanii fi iddoo qulqulluu keessatti tajaajiluuf uffataman, uffatawwan qulqulluu Aaron lubichi uffatu,+ akkasumas uffatawwan ilmaan isaa luboota taʼanii tajaajiluuf uffatan.
 
 -