- 
	                        
            
            Baʼuu 28:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
39 “Foʼaa quncee talbaa baʼeessa taʼe irraa uffata dheeraa bifa roga afuriin dhaʼame tolchi; marata mataas quncee talbaa baʼeessa taʼe irraa tolchi; akkasumas sabbata dhaʼame tolchi.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hisqiʼel 44:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 “‘Isaan yommuu gara karrawwan mooraa isa keessaatti seenan uffata quncee talbaa irraa tolfame uffachuu qabu.+ Yommuu karrawwan mooraa isa keessaa keessatti yookiin iddoowwan achi keessatti argamanitti tajaajilan uffata rifeensa hoolaa irraa tolfame akkamii iyyuu uffachuu hin qaban.
 
 -