- 
	                        
            
            Leewwota 16:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
23 “Achiis Aaron gara dunkaana walgaʼichaatti seenee, uffata quncee talbaa irraa tolfame isa yeroo gara iddoo qulqulluutti seenetti uffate sana of irraa baasee achi kaaʼa.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hisqiʼel 44:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
19 Gara mooraa isa alaatti, jechuunis mooraa isa sabichi keessa jirutti baʼuu isaanii dura uffata ittiin tajaajilaa turan sana of irraa baasanii+ kutaawwan nyaataa warra qulqulluu taʼan* keessa kaaʼuu qabu.+ Achiis uffata isaaniitiin gara sabichaatti qulqullummaa akka hin dabarsineef* uffata kan biraa haa uffatan.
 
 -