- 
	                        
            
            Abbootii Murtii 6:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Achiis maleekaan Yihowaa ulee harka isaa keessa jiru diriirsee fiixee isaatiin foonichaa fi maxinoo sana ni tuqe; ibiddis qarsaa sana keessaa baʼee foonichaa fi maxinoo sana nyaatee fixe.+ Sana booda maleekaan Yihowaa ija isaa duraa ni bade.
 
 -