- 
	                        
            
            Baʼuu 19:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Sabichaanis, “Guyyaa sadaffaadhaaf qophaaʼaa. Saalqunnamtii raawwachuu irraas of qusadhaa”* jedhe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Saamuʼel 21:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Daawitis, “Akkuma kanaan dura yommuun duulaaf baʼu gochaa ture sanaatti, nuti guutummaatti dubartoota irraa of qusanneerra.+ Namoonni koo yeroo hojii kaaniif baʼanitti illee qaamni isaanii qulqulluu erga taʼee, harʼa immoo caalaatti qulqulluu hin taʼuu ree?” jedhee lubichaaf deebise.
 
 -