- 
	                        
            
            Baʼuu 39:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
27 Sana booda isaan Aaronii fi ilmaan isaatiif foʼaa quncee talbaa baʼeessa namni wayyaa dhaʼu qopheesse irraa uffata dheeraa ni tolchan;+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Baʼuu 39:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
29 akkasumas, sabbata foʼaa quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee fi foʼaa diimaa walitti dhaʼame irraa tolfame ni tolchan; kanas akkuma Yihowaan Musee ajajetti ni raawwatan.
 
 -