-
Leewwota 18:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 “‘Obboleettii abbaa keetii wajjin saalqunnamtii hin raawwatin. Ishiin fira dhiigaa abbaa keetii ti.+
13 “‘Obboleettii haadha teetii wajjin saalqunnamtii hin raawwatin; sababiin isaas, ishiin fira dhiigaa haadha teetii ti.
-