-
Leewwota 19:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Kanaafuu, dambiiwwan koo hundumaa fi heerawwan koo hundumaa eegaa, isaan hordofaas.+ Ani Yihowaa dha.’”
-
-
Lakkoofsa 15:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Ajajni kun kana yaadachuuf isin gargaara; isinis ajajawwan koo hundumaa ni eegdu; Waaqa keessaniifis qulqulluu ni taatu.+
-
-
Keessa Deebii 4:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Siifis taʼe ilmaan kee warra si booda dhufaniif gaarii akka taʼuuf, biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessa bara dheeraa akka jiraattuufis, dambiiwwan isaa fi ajajawwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana eegi.”+
-