- 
	                        
            
            Uumama 48:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Kanaafuu, inni guyyaa sanatti akkana jedhee isaan eebbisuu isaa itti fufe:+
“Ilmaan Israaʼel yeroo eebbisanitti akkana jedhanii maqaa keessan haa dhaʼan:
‘Waaqayyo akka Efreemii fi akka Minaasee si haa godhu.’”
Akka kanaan inni Efreemiin Minaasee dura gochuu isaa itti fufe.
 
 -