- 
	                        
            
            Faarfannaa 94:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
94 Waaqa haaloo baʼu kan taate yaa Yihowaa,+
Ati Waaqni haaloo baatu, ifa kee ibsi!
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 1:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
24 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni Gooftaa dhugaa taʼe,
Inni Humna Qabeessi kan Israaʼel akkana jedha:
“Kunoo, ani hamajaajota koo of duraa haxaaʼee nan balleessa,
Diinota koo irrattis haaloo nan baʼa.+
 
 -