- 
	                        
            
            Baʼuu 12:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
48 Namni biyya ormaa sii wajjin jiraatu Yihowaadhaaf Faasikaa kabajuu yoo barbaade, dhiirri kan isaa taʼe kam iyyuu dhaqna haa qabatu. Achiis ayyaanicha kabajuuf dhihaachuu dandaʼa; sana booda inni akka lammii biyyattii ni taʼa. Haa taʼu malee, dhiirri dhaqna hin qabanne kam iyyuu isa irraa nyaachuu hin dandaʼu.+
 
 -