- 
	                        
            
            Lakkoofsa 3:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Ati Leewwota Aaronii fi ilmaan isaatiif ni kennita. Isaan kan kennaman, jechuunis Israaʼelota keessaa isaaf kan kennamani dha.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Lakkoofsa 8:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Sana booda Leewwonni dunkaana walgaʼii keessatti tajaajiluuf ni seenu. Akka kanaan isaan ni qulqulleessita, akkasumas aarsaa asii fi achi sochoofamu gootee isaan ni dhiheessita.* 16 Sababiin isaas isaan warra kennaman, jechuunis warra Israaʼelota gidduudhaa anaaf kennamani dha. Israaʼelota keessaa bakka angafoota* hundumaa+ ani ofii kootiif isaan nan fudhadha.
 
 -