- 
	                        
            
            Lakkoofsa 22:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
35 Maleekaan Yihowaa garuu Balaʼaamiin, “Namoota sanaa wajjin deemi; haa taʼu malee, wanta ani sitti himu qofa dubbadhu” jedhe. Kanaafuu, Balaʼaam bulchitoota Baalaaq erge sanaa wajjin ni deeme.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Lakkoofsa 23:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Yihowaan dubbii kana afaan Balaʼaam keessa ni kaaʼe:+ “Gara Baalaaqitti deebiʼiitii akkana isaan jedhi.”
 
 -