Ermiyaas 32:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 ‘Kunoo, biyyoottan ani dheekkamsa koo fi aarii koo isa guddaadhaan itti isaan bittinneesse hundumaa keessaa walitti isaan nan qaba;+ gara bakka kanaatti isaan deebisees tasgabbiidhaan akka jiraatan nan godha.+ Ermiyaas 32:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Yeroo hundumaa akka na sodaataniif garaa tokkoo+ fi daandii tokko isaaniif nan kenna; kunis isaaniifis taʼe ijoollee isaanii warra isaan booda dhufaniif gaarii akka taʼuufi.+
37 ‘Kunoo, biyyoottan ani dheekkamsa koo fi aarii koo isa guddaadhaan itti isaan bittinneesse hundumaa keessaa walitti isaan nan qaba;+ gara bakka kanaatti isaan deebisees tasgabbiidhaan akka jiraatan nan godha.+
39 Yeroo hundumaa akka na sodaataniif garaa tokkoo+ fi daandii tokko isaaniif nan kenna; kunis isaaniifis taʼe ijoollee isaanii warra isaan booda dhufaniif gaarii akka taʼuufi.+