Maatewos 7:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Mootummaa samiitti kan galu, nama fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu+ qofa malee nama, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hunda miti. Yaaqoob 1:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Haa taʼu malee, namni seera mudaa hin qabne+ isa bilisummaa argamsiisu sana xiyyeeffannaadhaan ilaaluu fi hordofuu isaa itti fufu, isa dhagaʼee irraanfatu utuu hin taʼin, isa hojii irra oolchu dha; inni wanta raawwatetti ni gammada.+
21 “Mootummaa samiitti kan galu, nama fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu+ qofa malee nama, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hunda miti.
25 Haa taʼu malee, namni seera mudaa hin qabne+ isa bilisummaa argamsiisu sana xiyyeeffannaadhaan ilaaluu fi hordofuu isaa itti fufu, isa dhagaʼee irraanfatu utuu hin taʼin, isa hojii irra oolchu dha; inni wanta raawwatetti ni gammada.+