- 
	                        
            
            Baʼuu 14:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
14 Yihowaan iyyuu ofuma isaatiin isiniif ni lola;+ isin calluma jedhaa dhaabbadhaa.”
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 20:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan diinota keessan isiniif loluu fi isin oolchuuf isinii wajjin ni baʼa.’+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Iyyaasuu 10:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
42 Israaʼeliif lolaa kan ture Yihowaa Waaqa Israaʼel waan taʼeef, Iyyaasuun mootota kana hundumaa fi guutummaa biyya isaanii yeruma tokkotti ni qabate.+
 
 -