- 
	                        
            
            Abbootii Murtii 13:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
24 Boodas dubartittiin ilma ni deesse; maqaa isaas Saamson+ jettee moggaaste; yommuu mucichi guddachaa deemuttis Yihowaan isa eebbisuu isaa ittuma fufe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Abbootii Murtii 15:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Achiis tokko tokkoon isaan rukutuudhaan* namoota hedduu ni fixe; sana booda gad buʼee holqa kattaa Etaamitti argamu tokko keessa taaʼe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Abbootii Murtii 15:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Inni bara Filisxeemotaatti waggaa 20f Israaʼel irratti abbaa murtii taʼee tajaajile.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Abbootii Murtii 16:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
30 Saamsonis, “Filisxeemotaa wajjinan duʼa!” jedhee iyye. Achiis hamma humni isaa isaaf heyyame utubaawwan sana ni dhiibe; manichis gooftolii sana irrattii fi namoota manicha keessa jiran hundumaa irratti jige.+ Akka kanaan, inni warra yeroo lubbuudhaan turetti ajjeese caalaa yeroo duʼetti namoota hedduu ni ajjeese.+
 
 -