-
Faarfannaa 68:32-34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Yaa mootummoota lafaa, Waaqayyoon faarfadhaa,+
Yihowaadhaaf faarfannaa galataa faarfadhaa,* (Seelaa)
33 Isa samii samiiwwanii bara durii gulufuuf faarfadhaa.+
Kunoo, inni sagalee isaatiin, sagalee isaa isa jabaadhaan ni kakawweessaʼa.
34 Jabina Waaqayyoo amanaa fudhadhaa.+
Ulfinni isaa Israaʼel irra jira,
Jabinni isaas samiiwwan* keessa jira.
-