- 
	                        
            
            Keessa Deebii 18:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 Kunis kan taʼu akkuma guyyaa yaaʼichaatti* Horeeb irratti,+ ‘Ani akkan hin duuneef, kana booda sagalee Waaqa koo Yihowaa akkan dhagaʼu yookiin ibidda guddaa kana akkan argu hin godhin’+ jechuudhaan Waaqa kee Yihowaa gaafattetti dha. 17 Achiis Yihowaan akkana naan jedhe: ‘Wanti isaan jedhan gaarii dha.
 
 -