- 
	                        
            
            Keessa Deebii 28:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 “Haa taʼu malee, ajajawwanii fi dambiiwwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana hundumaa eeguu dhiisuudhaan sagalee Waaqa kee Yihowaa dhagaʼuu yoo didde, abaarsawwan kun baayʼinaan si irra ni gaʼu:+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 28:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
27 “Yihowaan dhullaa biyya Gibxiitiin, kormammuudhaan, cittoo fi madaadhaan si rukuta; atis isaan irraa fayyuu hin dandeessu.
 
 -