Baʼuu 23:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Utuu ati achi hin gaʼin isaan akka na sodaatan nan godha;+ saboonni si lolan hundi akka burjaajaʼan nan godha; diinonni kee hundi moʼamanii si duraa akka baqatan* nan godha.+
27 “Utuu ati achi hin gaʼin isaan akka na sodaatan nan godha;+ saboonni si lolan hundi akka burjaajaʼan nan godha; diinonni kee hundi moʼamanii si duraa akka baqatan* nan godha.+