Lakkoofsa 34:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+ Lakkoofsa 34:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Daangaan keessan karaa kibba tabba Aqraabiim+ darbuuf kallattii isaa jijjiiree hamma Ziinitti itti fufa; dhumni isaas Qaadesh Barneʼaa+ irraa gara kibbaa ni taʼa. Achiis gara Hazaar Adaaritti+ qajeelee hamma Azmoonitti itti fufa. Keessa Deebii 9:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yommuu Yihowaan Qaadesh Barneʼaadhaa+ isin ergee, ‘Ol baʼaatii biyya ani dhugumaan isiniif kennu dhaalaan fudhadhaa!’ isiniin jedhetti, isin ammas ajaja Waaqa keessan Yihowaa irratti ni finciltan;+ isin isatti hin amanne,+ isaafis hin ajajamne.
2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+
4 Daangaan keessan karaa kibba tabba Aqraabiim+ darbuuf kallattii isaa jijjiiree hamma Ziinitti itti fufa; dhumni isaas Qaadesh Barneʼaa+ irraa gara kibbaa ni taʼa. Achiis gara Hazaar Adaaritti+ qajeelee hamma Azmoonitti itti fufa.
23 Yommuu Yihowaan Qaadesh Barneʼaadhaa+ isin ergee, ‘Ol baʼaatii biyya ani dhugumaan isiniif kennu dhaalaan fudhadhaa!’ isiniin jedhetti, isin ammas ajaja Waaqa keessan Yihowaa irratti ni finciltan;+ isin isatti hin amanne,+ isaafis hin ajajamne.