-
Iyyaasuu 18:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Itti fufuudhaanis gara kaaba irraan gadee Beet Hoglaatti+ qajeelee, kaaba galoo Galaana Soogiddaa*+ biratti, akkasumas kibba qarqara Yordaanos biratti dhaabbata. Kun daangaa kallattii kibbaatiin argamu dha. 20 Kallattii bahaatiin Yordaanos daangaa isaa taʼee tajaajila. Dhaalli sanyii Biiniyaam akka maatii maatii isaaniitti argatan kallattii hundumaatiin daangaan isaa kana ture.
-