LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 5:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa dhugaa gara Eqroonitti+ ergan; haa taʼu malee, akkuma Taabonni Waaqa dhugaa gara Eqroon dhufeen namoonni Eqroon, “Isaan nutis taane uummanni keenya akka duunu gochuuf Taabota Waaqa Israaʼel nutti fidaniiru!” jedhanii iyyuu jalqaban.+

  • 1 Saamuʼel 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kana malees, magaalonni Filisxeemonni Israaʼelota irraa fudhatanii turan Israaʼelotaaf ni deebifaman; Israaʼelonni Eqroon irraa jalqabee hamma Gaatitti naannoo isaanii harka Filisxeemotaa jalaa ni deebifatan.

      Israaʼelotaa fi Amoorota+ gidduus nagaan jira ture.

  • 2 Mootota 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Gaaf tokko Akaaziyaan kutaa isaa isa baaxii irraa isa Samaariyaa keessatti argamu irraa karaa ittisa foddaa kufee miidhame. Kanaafuu inni, “Dhaqaatii, miidhama kana irraa akkan fayyuu fi akkan hin fayyine Baʼaal Zebuub waaqa Eqrooniin+ naa gaafadhaa” jedhee ergamtoota isaa erge.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi