-
Lakkoofsa 27:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Achiis maatiiwwan Minaasee isa ilma Yoseef taʼe keessaa, ijoolleen durbaa Zelofehaad+ isa ilma Hefeer, ilma Giiliyaad, ilma Maakiir, ilma Minaasee taʼe sanaa ni dhihaatan. Maqaan ijoollee durbaa isaa Maahlaa, Noh, Hoglaa, Miilkaa fi Tirzaa ture. 2 Isaanis balbala dunkaana walgaʼii irratti Musee, Eleʼazaar lubicha, ajajjootaa+ fi guutummaa yaaʼichaa dura dhaabbatanii akkana jedhan:
-
-
Lakkoofsa 34:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Namoonni biyyattii akka dhaaltan isiniif hiran Eleʼazaar lubichaa fi Iyyaasuu ilma Nuuni.
-
-
Iyyaasuu 14:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Lafti Israaʼelonni biyya Kanaʼaan keessatti dhaalaan fudhatan inni Eleʼazaar lubichi, Iyyaasuun ilmi Nuunii fi dura buutonni manneen abbootii gosoota Israaʼel akka dhaalaniif isaaniif kennan kana dha.+
-