Iyyaasuu 16:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Haa taʼu malee, isaan Kanaʼaanota warra Geezer+ keessa jiraachaa turan hin ariine; Kanaʼaanonnis hamma harʼaatti Efreem gidduu jiraachuu isaanii itti fufaniiru;+ hojii dirqamaas hojjechaa jiru.+ Abbootii Murtii 1:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Zaabiloon jiraattota Qiitroonii fi jiraattota Nahaalool+ hin ariine. Kanaʼaanonni sun isaan gidduu jiraachuu isaanii kan itti fufan yeroo taʼu, isaanis hojii dirqamaa isaan hojjechiisu turan.+ 2 Seenaa Baraa 8:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 sanyiiwwan isaanii warra biyyattii keessatti hafanii fi Israaʼelonni utuu isaan hin balleessin dhiisan+ sana hojii dirqamaa akka hojjetaniif Solomoon isaan ni filate; isaan hamma harʼaatti ni hojjetu.+
10 Haa taʼu malee, isaan Kanaʼaanota warra Geezer+ keessa jiraachaa turan hin ariine; Kanaʼaanonnis hamma harʼaatti Efreem gidduu jiraachuu isaanii itti fufaniiru;+ hojii dirqamaas hojjechaa jiru.+
30 Zaabiloon jiraattota Qiitroonii fi jiraattota Nahaalool+ hin ariine. Kanaʼaanonni sun isaan gidduu jiraachuu isaanii kan itti fufan yeroo taʼu, isaanis hojii dirqamaa isaan hojjechiisu turan.+
8 sanyiiwwan isaanii warra biyyattii keessatti hafanii fi Israaʼelonni utuu isaan hin balleessin dhiisan+ sana hojii dirqamaa akka hojjetaniif Solomoon isaan ni filate; isaan hamma harʼaatti ni hojjetu.+