-
Iyyaasuu 21:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.
-
-
Iyyaasuu 21:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Yaarmut iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Een Gaaniim iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.
-