20 Leewwota gidduudhaa maatiiwwan Qehaat warra hafaniif gosa Efreem keessaa magaalonni carraadhaan isaaniif ni kennaman. 21 Isaanis naannoo gaarotaa Efreem keessatti magaalaa Sheekem+ ishii namni nama ajjeese itti baqatu+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Geezer+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,