LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 46:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ilmaan Leewwii,+ Geershon, Qehaatii fi Meraarii turan.+

  • Lakkoofsa 3:27-31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Qehaat irraa kan dhufan maatii Amraamotaa, maatii Yizhaarotaa, maatii Kebroonotaa fi maatii Uuziʼelotaa turan. Kanneen kun maatiiwwan Qehaatotaa turan.+ 28 Dhiironni umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe walumaa galatti lakkoofsi isaanii 8,600 ture; itti gaafatamummaan isaanii iddoo qulqulluu kunuunsuu ture.+ 29 Maatiiwwan ilmaan Qehaat godoo qulqulluu irraa kallattii kibbaatiin buufatanii turan.+ 30 Ajajaan mana abbootii maatiiwwan Qehaatotaa Elizaafaan ilma Uuziʼel+ ture. 31 Itti gaafatamummaan isaanii Taaboticha,+ minjaalicha,+ baattuu ibsaa,+ iddoowwan aarsaa,+ miʼawwan+ iddoo qulqulluu keessatti tajaajiluuf oolanii fi golgicha+ kunuunsuu, akkasumas tajaajila wantoota kanaa wajjin wal qabatan hundumaa raawwachuu ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi