LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Biyyi carraadhaan+ sanyii Yoseefiif+ kenname Yordaanos isa Yerikoo biratti argamu irraa hamma burqaa isa baha Yerikootti argamuu yeroo taʼu, lafa onaa isa Yerikoodhaa ol baʼu keessa darbee gara naannoo gaarotaa Beetelitti qajeela.+

  • Iyyaasuu 16:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 achiis karaa dhihaatiin gara daangaa Yaafleetotaatti, hamma daangaa Beet Hooron+ Ishii Gadiittii fi hamma Geezeritti+ gad buʼee galaanicha bira dhaabbata.

  • Iyyaasuu 18:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Gosa Biiniyaamiif akka maatii maatii isaaniitti carraan ni baʼe; naannoon carraadhaan isaaniif baʼes saba Yihudaa+ fi saba Yoseef+ gidduu ture.

  • Iyyaasuu 18:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achi irraa kaʼees gara Luuz ishii Beetel+ jedhamtutti, jechuunis gara irraan gadee Luuz isa karaa kibbaatiin argamutti qajeela; achiis gara Ataarot Adaar+ ishii gaara kibba Beet Hooron+ Ishii Gadiitti argamu irra jirtutti gad buʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi