- 
	                        
            
            Lakkoofsa 31:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
27 Namoota raayyaa waraanaa keessa jiran warra gara waraanichaa dhaqanii fi namoota yaaʼicha keessatti argaman kaan hundumaatiif akka hiramuuf wanta saamame sana bakka lamatti qoodi.+
 
 -